LYRIC
[ad_1]
Jabiina mataa keetiin irkatte
Moote kan jiraattu baraan ifte
Jabiinna mataa keetiin irkatte
Moote kan jiraattu baraan ifte
Kanturteef kanjirtuuf jiraattu
Waaqadha ati womtu si hin fakkaatu
Kanturteef kanjirtuuf jiraattu
Waaqadha ati womtu si hin fakkaatu
Samiin teesso ke
Lafti ijjannoo ke
Maaliin tilmama guddini kee
Goftaa uumamaa
Bulcha hunduma
Ogummaan ke eegnuun shalagama
Waaqako ati guddaadha
Waaqako ati jabaadha
Waaqako ati beeka dha
Waaqako ati guddaadha
Waaqako ati jabaadha
Waaqako ati beeka dha
Eegnummaa ke duwwwaan
ato hinbarbaadin sababa biraa
Garaa ko guutuun sin waaqefadha
Ati waaqayyoo dha
Waaqummaa ke duwwaan
ato hinbarbaadin sababa biraa
Garaa ko guutuun sin waaqefadha
Ati waaqayyoo dha
Ati waaqayyoo dha (4*)
Ati qulqulluu dha (2*)
Ati hinqabdu muuda(2*)
jalqabaa waan hundaa
Waaqayyo guddaa
Uumaaa waan hundaa
Waaqayyo guddaa
Waqayyo guddaa (4*)
waqayyoo beeka (4*)
Ati gudaadha guddaa gaara irra
Jabiina kee kan baraa bara
kopaa ke goofta kopaa kee mooti
Waaqayyo koo attam dinqiidha ati
Ati gudaadha guddaa gaara irra
Jabiina kee kan baraa bara
kopaa ke goofta kopaa kee mooti
Waaqayyo koo attam dinqiidha ati
Waaqayyo koo attam dinqiidha ati(2*)
[ad_2]
No comments yet